Qaasiim Solemaani: Gaggeessaa Solemaaniif namoonni hedduun Iraaq keessatti wal gahan

Maxxanfame

Ajajaan waraanaa Iraan jeneraal Qaasim Solemaani haleellaa Ameerikaan Iraaq magaalaa Baagdaad keessatti ajjeefame.

Gaggeessaa Solemaaniif namoonni hedduun Iraaq keessatti wal gahan.