Dubartoota Afrikaa Addunyaa Jijjiiran, Nehaandaa

Maxxanfame

Dursituu saba Shoonaa Zimbaabwee keessaa kan turte Nehaandaan, koloneeffattoota Biriteen waliin qabsoo guddaa taasisteetti.