Namoota sagalee dhabaniif sagalee ta'uun fedha

Maxxanfame

Ogummaa aartii qabutti fayyadamuun sarbama mirga namoomaa hambisuuf kan hojjetu fi abbaa alaabaa Gamtaa Afriikaa Yaaddessaa Zawugaa Booji'aan wal baraa.