Dubartoota Paakistaan tajaajila fayyaa bu'uuraarraa fagoo jiraniif fala

Maxxanfame

Sochiin Sahaat Kahaan guutummaa Paakistaan keessatti dubartoota tajaajila fayyaa bu'uuraarraa fagoo ta'aniif furmaata kan dhiyeessudha.