Lalisee Dhugaa: Dubartii Oromiyaa wiirtuu Turizimii gochuuf carraaqaa jirtu

Maxxanfame

"Oromiyaan uumama fi aadaa bareedaa akka qabdu namootni beekuu qabu" jedhu Komishinarri Komishinii Tuurizimii Oromiyaa Lalisee Dhugaa.